✅ Teknooloojii jechuun bilbilli kan inni eegale dur dur jaarraa 19ffaa keessa bara 1849 – 1876ttidha. Garuu bara 1876 Bitootessa (March) 10 itti nama Alexander
Month: July 2022
✅ Memory Card ykn USB Flash keessan data ga’aa isiniif qabachuu didnaan Memory dabalataa bituu yaaddaniittu yoo ta’e isa dura ishee kana dubbisaa! ✅ Dhuguma!
✅ Saanduqni roga afurii sochii gama hunda xiyyaaraa galmeessee ol kaa’uu fi yeroo balaan xiyyaara qaqqabu kamuu qorattoota xiyyaarichaatiin jalqaba irratti kan barbaadamu Black Box
✅ Computer jechuun meeshaa waa tokko shallagu ykn compute godhu jechuudha.Bara maqaan kun itti moggaafametti faayidaan kompiitaraa yeroo sana inni guddaan waa tokko shallaguudha. ✅
✅ ‘Backup’ jechuun daataa ykn faayilaa garaagaraa kanneen akka document, photo, Video, audio fi kkf bilbila ykn computer keenya irraa qabnu bakka biraa (cloud irra)
✅ Appilikeeshinii tokko malee bilbila Android ta’ee fi version isaa 7 ol ta’e irratti, bilbila keessan namni tokko fedha keessaniin ala waan isin bantanii itti
✅ App gargaaramtanis ta’e osoo hin gargaaramin, dudduba suuraa keessani haala ittiin jijjiruu dandessan Barreeffama kana keessatti isiniif katabnee jirra. ✅ Browser chrome ykn google
✅ LinkedIn proffessional network ykn platform jiran keessaa isa guddichaa fi baay’ee beekamaa ta’eedha. ✅ LinkedIn fayyadamuun hojii gita keenyaa argachuu dandeenya. platform kana irratti
✅ Wanti amma isinitti himuuf deemu kun waan namoota addunyaa kanarra jiraatan yeroo amma baay’ee yaachisee fi sodaachisedha. Innis dhimma miidiyaa hawaasa ‘TIKTOK’ waliin wal
Meeshaan kun yeroo suuraa kaaftan gatiiwwan optikaalaa/dijiitaalaa zoomii haardwaaraa ol’aanaa kaameraa keessaa keessanii akka fayyadamtan isin taasisa. Dabalataanis appiin kun yaada keenya isa jalqabaatiin kan