✅ Haala salphaan bilbila keessan iskiriinii isaa akka computer tti jijjirtanii fayyadamuu kan isin dandeessisu application haaraa isiniif fidnee jirra. App kana buufachuuf dhuma Barreffama
Month: August 2022
✅ Speaker’n bilbila keessanii sababoota adda addaaf yoo kan isin jalaa xuraa’ee, akkasumas yoo kan kosiin adda addaa itti qabatee jiraate, haala ittiin qulqulleessuu dandeessan
✅ Egaa akkuma beekamu bilbilli namoota hedduu network 4G hin qabu, keessattuu bilbiloonni yeroo duraa oomishaman ykn old version warreen ta’an network 4G hin qaban
✅ Suura keessan salphaatti carton photo gochuuf kan isin dandeessisu karaa salphaa kana fayyadamaa. ✅ Application kana buufachuuf dhuma Barreeffama kanaa irratti iddoo Download jettu
✅ Kophee haaraa osoo hin bitin dura kopheen sun Miilla keessan irraa maal akka fakkaatu, mana keessan teessanii bilbila keessaniin kophee sana godhattanii erga ilaaltaniin