Laptop yeroo binnu maaliif akka binnu berkuun wantota nuti ilaallee bitu qabnu keessaa baay’ee murteessoodha. Laptop bituuf qabxiilee gadii kana waliin haa ilaallu. 1, Maal
Year: 2022
“eSIM” jechuun teknooloojii haaraa tajaajila bilbila harkaa salphaatti dubbisuun akka argattan kan taasisudha. Ethio Telecom isa finfinnee; Giddugala Tajaajila Premium “Churchill Street” irratti argamutti argachuun
Muuziqaa adda addaa yeroo dhaggeeffannu future bilbila keenyaa irratti kan argamu style barbaanneen light filannee bareechinee muuziqicha dhaggeeffachuu kan nu dandeessisu appii haaraa kana isiniif
Appii’n kun odeeffannoo guutuu waa’ee bilbila keessanii kan isinitti himu yommuu ta’u, waan bilbila keessan irraa baruu qabdan hunda isin barsiisa, akkasuma wanta adda isa
Yeroo Daandii Irra deemtan, Yoo tasa karaan isin duraa bade, appii karaatti isin deebisuu, kallattii kan isinitti agarsiisuu fi appii bakka Jirtan hunda kan isin
Faayidaan App Kanaa inni guddaa fi ol’aanaan: 1) Suura Screenshot gootanii bilbila keessan keesaa qabdan iddoo tokkotti sort standard isaa eegee, bakka tokko isiniif ka’aa!
Bara kana kun naaf taati ykn naaf ta’a, kun immoo naaf hin taatu ykn naaf hin ta’u jenna malee nuti mataan keenya eenyuuf akka taanu
Gmail’n tajaajila Google 50 ol kennu keessaa isa tokko. Gmail yeroo email erginu filannoo hedduu qaba. Keessattuu yoo update gootan. Faayidaa Gmail qabu keessaa muraasni
Listen to Audiobooks, Stories & Podcasts in Hindi & 6 Indian Languages India’s Radio Shows App, Pocket FM brings you Hindi radio shows, Hindi audiobooks,
Predict aging face, calm your mind with meditation, enjoy a joyful life! 👵🏻Aging camera Fun aging camera that will bring you years of surprises! If
✅ Suuraawwan marsaalee miidiyaa irratti maxxanfaman dhugaa ta’uu isaa haala kamiin mirkaneeffachuu dandeenya kan jedhuuf furmaanni argameera. ✅ Yeroo kanatti rakkoo biyyattiin keessa jirtu da’oo
✅ Yeroo ammaa kanatti eenyummaa ofii internet irratti dhoksuun baay’ee gaariidha. Kaampaaniiwwanii fi namoonni dhuunfaa tokko tokko eenyummaa kee hatuun dhimma adda addaatiif itti fayyadamuu