✅ Kophee haaraa osoo hin bitin dura kopheen sun Miilla keessan irraa maal akka fakkaatu, mana keessan teessanii bilbila keessaniin kophee sana godhattanii erga ilaaltaniin booda gara suuqii deemtanii bitachuuf kan isin dandeessisu, application ajaa’ibaa kana isiniif fidneerra.
✅ Application kana fayyadamuuf dhuma Barreeffama kanaa irratti Download iddoo jettu tuquun erga buufattaniin booda, open jettu erga bantanii booda miilla keessan itti qabuun, kophee achirra jiru kan feetan jijjirtanii ilaaluun miilla keessan irratti erga ilaaltaniin booda gara suuqii deemtanii bitachuu dandeessu jechuudha.
Wanna Kicks App
✅ Try Latest and Hottest Sneakers on Your Feet with Augmented Reality
✅ Hot or not, what do you think? Be the first to experience yet to be released sneakers.
✅ Wanna Kicks is the sneaker try on app, where you can discover fresh drops and classic sneakers with the help of augmented reality. Try the kicks instantly on your feet regardless of where you are and then snap a photo to surprise your friends.
With the app, you can:
➡ Get new drops every week to try more kicks!
➡ Check them out on your feet using AR view.
➡ Share your favorite releases with friends.