✅ Speaker’n bilbila keessanii sababoota adda addaaf yoo kan isin jalaa xuraa’ee, akkasumas yoo kan kosiin adda addaa itti qabatee jiraate, haala ittiin qulqulleessuu dandeessan isiniif qabannee dhufneerra.
✅ Akkasumas Sagalee ispiikeera bilbila keessanii bishaan waliin yoo wal qunname kana fayyadamuun sirreessaa.
✅ Bilbilli keessan bishaan waliin wal qunnamuu irraa lubbuun hafe, garuu sagalee ispiikeera irraa dhufu amma sagalee dhaamfame fakkaata? Bishaan tokko tokko amma iyyuu ispiikeera keessatti qabamee jiraachuu dandaʼa. Akka tasaa osoo hin beekamin itti faca’uus nii danda’a!
✅ Qulqulleessituun ispiikeeraa bishaan hafe fi xurii speaker kamiyyuu balleessuun ispiikeera kee akka cuftu si gargaara.
✅ Appiin kun Speaker Cleaner jedhama! App kana buufachuuf dhuma Barreffama kanaa irratti iddoo Download jettu tuquun buufadhaa! Erga buuftaniin booda open jettu. itti aansuun clean speaker kan jedhu tuqaa. Sana booda waan speaker bilbila keessanii keessa jiru hunda xaragee keessaa isiniif baasee xumura jechuudha.
Speaker Cleaner
✅ Fix your speaker sound if it has been in contact with water.
✅ Your phone survived a contact with water, but the sound coming from the speaker now sounds muffled? Some water may still be trapped in the speaker.
✅ Speaker cleaner will help you unclog your speaker by removing any remaining water.
Thank you and if you need download this app click on the download button to download the application.
Տince the admin of this web page is working, no hesitation very quickⅼy it wiⅼl be renowned, due to its featսre
contents.
thank you very much for your comments.