Password Wi-Fi tokko computer ykn laptop irratti save ta’ee kan jiru, beekuun baay’ee barbaachisaadha. Isa kanaaf immoo Tarkaanfiiwwan kana hordofuun adda baasuu dandeenya:
Isaanis kan armaan gadii kanadha.
- CMD ni banna
- Netsh yoo barreessine ‘enter’ tuqna.
- Yoo wlan show profile barreessine ‘enter’ tuqna.
Sana booda tarreen maqaa WIFI ni mul’ata
- Yoo wlan show profile WIFINAME key=clear barreessine ‘enter’ tuqna.
WIFINAME maqaa WIFI barbaanneen ni jijjiirra
Sana booda waa’ee WIFI odeeffannoo guutuu ni arganna
Waan argannu irraa
Qabiyyeen furtuu jecha icciitii ykn password ittiin barreeffamuudha.
Waan Dubbistaniif Galatoomaa Hiriyyaa keessaniif Share godhaa.