✅ ‘Backup’ jechuun daataa ykn faayilaa garaagaraa kanneen akka document, photo, Video, audio fi kkf bilbila ykn computer keenya irraa qabnu bakka biraa (cloud irra) ol kaa’achuu jechuudha.
✅ Faayiloonni kunneen wayita ol kaa’amanu move godhamuuun osoo hin taane copy godhamu. Kana jechuun faayiloonni sun bilbila ykn computer keenya irraa hin badan, garuu coppiima faayilaatu bakka biraatti ol kaa’amuu jechuudha.
✅ Faayidaan faayilaa backup godhachuu inni guddaan haala kamiin keessatti iyyuu faayila keenya argachuu akka dandeenyuuf nu gargaara.
➡ Fakkeenyaaf yoo bilbilli keenya bade ykn balaa tasaan miidhamuun tajaajilaa ala ta’e, faayiloota achi irraa qabnu hunda dhabne jechuudha.
➡ Haa ta’u malee garuu backup godhannee jirra taanaan sa’atii feenetti fi bakka feenetti faayila keenya sana argachuu dandeenya. Computer irrattii illee account bananneen login gochuun faayila keenya argachuu dandeenya.
✅ Egaa faayilaa baayyee dhimma itti baanu fi hedduu barbaadnu sababa garaagaraan akka hin dhabneef backup qabachuun nu barbaachisa jechuudha.
✅ Appiin backup bilbiloota tokko tokko irratti waan fe’ameef bilbila keessan irraa barbaaddanii itti faayyadamuu dandeessu.
Fakkeenyaaf kan akka Google drive (faayila barbaaddan hanga 15GB achiirra kaffaltii tokko malee ol kaa’achuu dandeessu).
✅ Appoonni dabalataa kan storage free nuuf kennan hedduutu jiru. Jarreen kana keessaa nuti har’a appii hanga 50GB free storage nuuf kennuu tokko waliin ilaalla.
Appiin kunis MEGA jedhama. Dhuma Barreeffama kanaa irratti iddoo Download Jettu tuquun buufadhaa.
✅ Erga buufattaniin booda jalqaba account (maqaa, Email, Password,..)itti galchuun banattu. Sana booda login gochuun itti fayyadamuu qofadha.
MEGA is Cloud Storage with secure always-on privacy.
✅ MEGA provides user-controlled encrypted cloud storage that’s accessed with web browsers and dedicated apps for mobile devices. Unlike other cloud storage providers, your data is encrypted and decrypted by your client devices only and never by us.
✅ Upload files from your smartphone or tablet, then search, download, stream, view, share, rename or delete them from any device, anywhere. Share folders with your contacts and see their updates in real time.
✅ MEGA’s strong and secure end-to-end encryption means we cannot access or reset your password. You MUST remember the password and make sure to back up your account Recovery Key. Losing your password and the account Recovery Key will result in lost access to your files.
✅ Use the included MEGA Secure Chat for end-to-end-encrypted communications, including video and audio calls, with total privacy. Chat history synchronises automatically across multiple devices and you can also easily add files to, and from the MEGA Cloud Drive.
✅ MEGA offers a generous 20 GB free storage for all registered users. You can get even more storage in 5 GB increments through our MEGA Achievements program.
➡ Need more storage? Check out our affordable MEGA Pro subscription plans that offer plenty more space:
Pro Lite: €4.99 (US$4.99) per month or €49.99 (US$49.99) per year gives you 400 GB of storage space and 1 TB of transfer quota per month.
Pro I: €9.99 (US$9.99) per month or €99.99 (US$99.99) per year gives you 2 TB storage space and 2 TB of transfer quota per month.
Pro II: €19.99 (US$19.99) per month or €199.99 (US$199.99) per year gives you 8 TB storage space and 8 TB of transfer quota per month.
Pro III: €29.99 (US$29.99) per month or €299.99 (US$299.99) per year gives you 16 TB storage space and 16 TB of transfer quota per month.
✅ All MEGA client-side application code is published on GitHub, for transparency.
✅ Subscriptions renew automatically for successive periods of the same duration at the same price as the initial period chosen. To manage your subscriptions, simply tap on the Play Store icon on your device, sign in with your Google ID (if you haven’t already done so) and then tap on the MEGA app.
App Permissions:
✅ WRITE EXTERNAL STORAGE → Download your files from MEGA to your device and upload files from your device to MEGA
CAMERA → Take pictures and upload your photos to MEGA
READ_CONTACTS → Easily add contacts from your device to MEGA RECORD AUDIO & CAPTURE VIDEO OUTPUT (mic and camera) MEGA provides end-to-end encrypted audio/video calls