✅ Egaa akkuma beekamu bilbilli namoota hedduu network 4G hin qabu, keessattuu bilbiloonni yeroo duraa oomishaman ykn old version warreen ta’an network 4G hin qaban isa kanaaf immoo furmaanni argameera.
Wanti kun method sadii (3) qaba. Method 1: Android Below 11 dha.
Kana jechuun bolbiloota Android version isaanii 11 gadi ta’an method jalqabaa kana fayyadamu jechuudha.
Method 2: Android 11+ dha.
Kun immoo bolbiloota Android version isaanii 11 ol ta’e kam iyyuu method lammataa kana tuquun fayyadamu jechuudha.
Method 3: Legacy dha.
Method inni sadaffaan kun immoo bilbiloota ashaara ta’an keessattuu warreen yeroo ammaa ammayyaawaa ta’anii bahan qofa irratti hojjeta, isaanuu dirqama version isaanii 11 ol ta’u qabu. Kunis network inni of keessaa qabu, 5G dha.

✅ Appiin kun baay’ee isin gargaara, Kana malees yeroo data connection keessan bantani fayyadamtan, networkiin keessan 4G irraa gara 3G itti gad bu’ee kan isin rakkisu yoo ta’e, akkasumas speed kan isin jalaa dhabudha taanaan furmaani isaa nu bira jira jedha application kun! Kan nama ajaa’ibu immoo Aappiin kun, Network keessan Gara 5Gtti isiniif guddisuu nii danda’a! Garuu network 5G’n kun bilbiloota Android version isaanii 11 ol ta’e irratti malee hin dalagu!
✅ Appiin kun 4G LTE jedhama, app kana buufachuuf dhuma Barreffama kanaa irratti iddoo Download Jettu tuquun buufadhaa. Erga buufattaniin booda network barbaaddan sana irra godhachuun waan feetan fayyadamuu eegaluu dandeessu jechuudha! Yoo feetan deebistanii cufuus dandeessu!
4G LTE APP
✅ This app will help You change network to 5G/4G/3G/2G and stay in chosen network.
✅ (Now Android 11 and devices with 5G(NR) are supported)
This app will help You change network to 4G/3G/2G and stay in chosen network.
No more auto switch betwen 4G/3G.
✅ If you have free 4G data transfer and You must pay for 3G, just set up your network for only LTE.
✅ Force LTE not support every phone. It is depends what phone brand your phone is.
Some phone brands block opportunity to force switch network.
✅ Please don’t rate down this app if is not working on your phone because it is not depends from Us.
Thank you and if you need download this app click on the download button to download the application.