BILBILOOTA SADARKAA 1FFAA HAMMA 10FFAA JIRAN!

✅ Teknooloojii jechuun bilbilli kan inni eegale dur dur jaarraa 19ffaa keessa bara 1849 – 1876ttidha. Garuu bara 1876 Bitootessa (March) 10 itti nama Alexander Graham Bell jedhamuun milkaa’eera. Sadarkaaleen bilbilaa bilbila manaa wadaroodhaan, Itti aansuun bilbila manaa wadaroo malee, akkasumas bilbila harka ( portable device) jechaa guyyaa har’aa irra ga’eera.

✅ Bilbilli harkaa (Portable Device) yeroo jalqabaaf bara 1973 ebla (April) 3 dhaabbata Motorolatiin kalaqame.
Har’a immoo baay’een keenya Bilbila SmartPhone (Ammayyaawaa) sadarkaa amma fayyadamnu irra ga’eera.

✅ Bilbilli Android jalqaba bara 2008 fulbaana (September) 23 Android Version 1.0 irraa ka’ee har’a Android Version 12.0 irra ga’eera.

✅ Bilbilli akka addunyaatti sadarkaa 1ffaa irra jiru Samsung S10+ ji’a Gurraandhalaa (February) 2019 keessa beeksifamee, ji’a Bitootessa (March) 2019 keessa gabaaf dhiyaateera. Waa’ee Bilbila kanaa akka armaan gadiitti haa ilaallu

➡ SAMSUNG GALAXY S10+

✔Internal Storage: 1TB (1024GB).
✔External Storage (MEMORY CARD): hamma 512GB ni fudhata.
✔RAM: 12GB
✔Android Version: 9.0 (One UI, PIE).
✔ Yeroo jalqabaaf akka ANDROID itti Version 9.0(PIE) irra kan fayyadame Sony Xperia XZ3 dha. Garuu bilbilli kun yeroo ammaa sadarkaa 1-15ffaa irrayyuu hin jiru.
✔Ulfaatina: 175g
✔Haphina: 7.8mm
✔Bal’ina: 6.4 Inches (103.8cm²)
✔Kaameraa duubaa: 3 qaba. (12MP + 12MP +16MP=36MP)
✔Kaameraa fuulduraa: 2 qaba. (10MP + 8MP = 18MP)
✔Dhagaa (Battery): 4100mAh (Sa’aatii 91 ykn guyyaa 4 qabata).
✔Gatii (Price): 38,249 dollar

✅ Bilbiloota Sadarkaa 1ffaa hanga 10ffaa jiran kanatti aansuun haa ilaallu.
➡Samsung Galaxy S10+
➡ Google Pixel 6 Pro review
➡Apple iPhone 13 Pro
➡ OnePlus 10 Pro review
➡ Oppo Find X5 Pro review
➡ Google Pixel 6
➡ SAMSUNG GALAXY S21 FE review
➡ Apple iPhone 13 Mini
➡ ASUS ROG Phone 5S Pro review
➡ Xiaomi 11T Pro

✅ Waan dubbistaniif hedduu galatoomaa.

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *