✅ Application Google Drive namni kam iyyuu bilbila isaa irraa nii qaba, garuu Faayidaa isaa kanneen beekan muraasadha. Kanaaf beekumsaaf kan nu fayyaduu fi Faayidaa isaa kana dubbisaa.
✅ Google Drive faayidaan isaa Faayiloota uumuu, odeeffannoo adda addaa bakka tokkoo gara bakka tokkootti qooduu fi faayiloota kuufachuun odeeffannoo sana bakka barbaannetti akka itti fayyadamnu nu gargaara.
✅ Google Drive tajaajila kuusaa irratti hundaa’ee fayyadamtoonni faayiloota toora interneetii irratti kuusuu fi argachuuf kan gargaarudha.
✅ Tajaajilli Google Drive kun Ebla 24, 2012 G.C. kan eegale yoo ta’u, kaayyoon isaas fayyadamtoonni odeeffannoo Cloud irratti akka kuufatan gargaaruudha.
✅ Google Drive fayyadamtoonni isaa daataa hanga 15 GB tti bilisaan akka qusatan taasisa. Kana malee Google One hamma 100 GB, 200 GB, 2 TB, tajaajilicha yoo feene filannoo barbaannuun qarshii kaffaluun daataa qusachuuf banaadha.
✅ Tajaajilichi meeshaalee fayyadamtoota hunda irratti, bilbila harkaa, taableetii fi kompiitara interneetii fayyadaman dabalatee sanadoota barreeffamaa, suuraa fi kkf argachuu dandeessisa.
✅ Google Drive tajaajiloota fi sirnoota dhaabbatichaa kanneen biroo kanneen akka Google Docs, Gmail, Android, Chrome, YouTube, Google Analytics fi Google+ waliin kan walitti makamedha.
✅ Google Drive tajaajila Microsoft OneDrive, Apple iCloud, Box, Dropbox fi SugarSync wajjin walfakkaatu kenna.
Akkaataa Google Drive itti hojjetu.
✅ Google Drive jalqabuuf fayyadamaan tokko Google Account uumuu ykn Google Account seenuu qaba. Sana booda fayyadamaan URL browser irraa “drive.google.com” jechuun barreessa ykn link sana tuquun ykn bilbila keenya irratti Drive app barbaaduun banuun ni danda’ama. Sana booda yeroo banamu “My Drive” jedha. Kana keessatti galmee, kitaabota, suuraa, viidiyoowwan, faayiloota garaa garaa kuusuu nii dandeenya.
Waan Dubbistaniif Galatoomaa. Google Drive itti fayyadamaa bilbilli kamuu nii qaba.
✅ Yoo bilbilli keessan hin qabaanne dhuma Barreeffama kanaa irratti iddoo Download jettu tuquun buufadhaa.
Google Drive
✅ Store, access, and share securely with Google Drive, part of Google Workspace.
✅ Google Drive, part of Google Workspace, is a safe place to back up and access all your files from any device. Easily invite others to view, edit, or leave comments on any of your files or folders.
With Drive, you can:
➕ Safely store and access your files anywhere
➕ Quickly access recent and important files
➕ Search for files by name and content
➕ Share and set permissions for files and folders
➕ View your content on the go while offline
➕ Receive notifications about important activity on your files
➕ Use your device’s camera to scan paper documents
Google Workspace subscribers have access to additional Drive functionality, including:
➕ Easily managing users and file sharing to help meet data compliance needs.
➕ Sharing files and folders directly with groups or teams within your organization.
➕ Creating a shared drive to store all of your team’s content.
✅ Google accounts get 15GB of storage, shared across Google Drive, Gmail, and Google Photos. For additional storage, you can upgrade to Google Workspace or Google One as an in-app purchase. Subscriptions start at $1.99/month for 100 GB in the US, and can vary by region.
Thank you and if you need download this app click on the download button to download the application.