Skip to content
  • Free Giveaway

stmoro.com

  • Mobile App
  • Free Giveaway
Mobile App

Iskiriinii moobaayilaa keessanii gara kompiitaraatti jijjiirtanii fayyadamuu kan isin dandeessisu.

August 3, 2022August 4, 2022 Elsay

✅ Haala salphaan bilbila keessan iskiriinii isaa akka computer tti jijjirtanii fayyadamuu kan isin dandeessisu application haaraa isiniif fidnee jirra. App kana buufachuuf dhuma Barreffama

Read More
Mobile App

Sagaleen Speaker bilbila keessanii Yoo bishaanii fi xuriin, adda addaa itti seenee jiraate, keessa isaa kan isiniif qulqulleessuu beektuu?

August 3, 2022August 3, 2022 Elsay

✅ Speaker’n bilbila keessanii sababoota adda addaaf yoo kan isin jalaa xuraa’ee, akkasumas yoo kan kosiin adda addaa itti qabatee jiraate, haala ittiin qulqulleessuu dandeessan

Read More
Mobile App

Bilbilli keessan network 4G/5G hin qabu yoo ta’e furmaanni argameera.

August 3, 2022August 3, 2022 Elsay

✅ Egaa akkuma beekamu bilbilli namoota hedduu network 4G hin qabu, keessattuu bilbiloonni yeroo duraa oomishaman ykn old version warreen ta’an network 4G hin qaban

Read More
Mobile App

Karaa Salphaa Suuraa Keessan Osoo edit gochuun isin hin rakkisin carton photo gochuuf!

August 2, 2022August 2, 2022 Elsay

✅ Suura keessan salphaatti carton photo gochuuf kan isin dandeessisu karaa salphaa kana fayyadamaa. ✅ Application kana buufachuuf dhuma Barreeffama kanaa irratti iddoo Download jettu

Read More
Mobile App

Kophee (Caammaa) Osoo hin bitatin dura, bilbila keessaniin miilla keessan irraa kam akka bareedu ilaaluu akka dandeessan beektuu?

August 2, 2022August 2, 2022 Elsay

✅ Kophee haaraa osoo hin bitin dura kopheen sun Miilla keessan irraa maal akka fakkaatu, mana keessan teessanii bilbila keessaniin kophee sana godhattanii erga ilaaltaniin

Read More
Mobile App

BILBILOOTA SADARKAA 1FFAA HAMMA 10FFAA JIRAN!

July 30, 2022July 30, 2022 Elsay

✅ Teknooloojii jechuun bilbilli kan inni eegale dur dur jaarraa 19ffaa keessa bara 1849 – 1876ttidha. Garuu bara 1876 Bitootessa (March) 10 itti nama Alexander

Read More
Mobile App

Memory Card ykn USB Flash akkamitti hamma isaa guddisuu dandeenya?

July 30, 2022August 2, 2022 Elsay

✅ Memory Card ykn USB Flash keessan data ga’aa isiniif qabachuu didnaan Memory dabalataa bituu yaaddaniittu yoo ta’e isa dura ishee kana dubbisaa! ✅ Dhuguma!

Read More
Mobile App

Black Box Jechuun Maal Jechuu dha? Faayidaan isaa maalidha?

July 30, 2022July 30, 2022 Elsay

✅ Saanduqni roga afurii sochii gama hunda xiyyaaraa galmeessee ol kaa’uu fi yeroo balaan xiyyaara qaqqabu kamuu qorattoota xiyyaarichaatiin jalqaba irratti kan barbaadamu Black Box

Read More
Mobile App

Computer Jechuun Maal jechuudha? Akkamiin Hojjeta? Faayidaan isaa maali?

July 30, 2022July 30, 2022 Elsay

✅ Computer jechuun meeshaa waa tokko shallagu ykn compute godhu jechuudha.Bara maqaan kun itti moggaafametti faayidaan kompiitaraa yeroo sana inni guddaan waa tokko shallaguudha. ✅

Read More
Mobile App

Backup haala kamiin qabachuu dandeenya?Application kanaafiis nu gargaaru jiraa laata?

July 29, 2022July 29, 2022 Elsay

✅ ‘Backup’ jechuun daataa ykn faayilaa garaagaraa kanneen akka document, photo, Video, audio fi kkf bilbila ykn computer keenya irraa qabnu bakka biraa (cloud irra)

Read More
Mobile App

Bilbila ofii hidhuu ( Pinning a phone )

July 29, 2022July 29, 2022 Elsay

✅ Appilikeeshinii tokko malee bilbila Android ta’ee fi version isaa 7 ol ta’e irratti, bilbila keessan namni tokko fedha keessaniin ala waan isin bantanii itti

Read More
Mobile App

Dudduuba suuraa Keessanii balleessitanii, waan isinitti tole godhachuuf kan isin gargaaru.

July 28, 2022July 29, 2022 Elsay

✅ App gargaaramtanis ta’e osoo hin gargaaramin, dudduba suuraa keessani haala ittiin jijjiruu dandessan Barreeffama kana keessatti isiniif katabnee jirra. ✅ Browser chrome ykn google

Read More

Posts pagination

Previous 1 … 9 10 11 Next

Recent Posts

  • Cartoon Picture & Photo Art Editor
  • Recover Deleted contacts
  • Don’t Touch My Phone
  • Afan oromo dictionary
  • True caller

Recent Comments

  1. mitikueliyas on USA DV LOTTERY
  2. Alemu Efa on Make Money
  3. Bilisuma Chala Feyisa on Make Money
  4. Bilisuma Chala Feyisa on Make Money
  5. Bilisuma Chala Feyisa on Make Money

Archives

  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022

Categories

  • Mobile App
  • News
All Rights Reserved 2023.
Proudly powered by WordPress | Theme: Fairy by Candid Themes.