Skip to content
  • Free Giveaway

stmoro.com

  • Mobile App
  • Free Giveaway
Mobile App

Akkamitti kompiitara keenyatti flash gaafa itti goonu flash sun virus yoo qabaate, akka vaayireesichi computer keenyatti hin darbine ittisuu dandeenya?

August 12, 2022August 13, 2022 Elsay

✅ Yeroo flash disk tokko kompiitara keenyatti galchinu yoo flash disk’n sun vaayirasiin qabameera ta’e, vaayirasichi kallattiin kompiitara keenya keessa seenee kompiitara keenya akka hin

Read More
Mobile App

Facebook keenya hakii ta’uu isaa ykn xalafamuu isaa akkamitti baruu dandeenya?Akkamittis irraa of eeguu dandeenya?

August 12, 2022August 13, 2022 Elsay

✅ Dhimmi waa’ee Facebook butamuu kun dhimma namoota hedduuti. Kanaaf akkamiin akka irraa of eeguu dandeenyuu, yoo xalafamee jiraate, akkamiin akka of irraa akka kaasuu

Read More
Mobile App

Wi-Fi isin fayyadamaa jirtan eenyu akka fayyadamaa jiru adda baasuu!

August 12, 2022August 13, 2022 Elsay

✅ Wi-Fi mana keessaniis ta’e, kan isin fayyadamaa jirtan eenyu akka fayyadamaa jiru, beekuu kan isin dandeessisuu fi nama sana achi keessaa baasuuf kan isin

Read More
Mobile App

Muziqaa bilbila keessan irraa fayyadamtan, sagalee isaa akka Geepas volumetti jijjiruu.

August 12, 2022August 13, 2022 Elsay

✅ Bilbila keenya irraa muuziqaa adda addaa fi viidiyoowwan garaa garaa yeroo Fayyadamnu sagaleen isaa akka qalla’achuuti. Garuu system kana fayyadamnee sagalee bilbila keenyaa akka

Read More
Mobile App

Itti fayyadama bilbila keenyaa haala Salphaa gochuu kan nu dandeessisu.

August 9, 2022August 10, 2022 Elsay

✅ Bilbila keenya yeroo afiifannu, waantota goonee dhiisnu wallaalla, Fakkeenyaaf Rakkoon tokko nu mudatee ariitiidhaan namaaf bilbiluu yoo feene salphaatti argachuu dhiisuu dandeenya, garuu appii

Read More
Mobile App

Bilbila keessaniin faayiloota garaa garaa yeroo download gootan, waan baay’ee isin fayyadu!

August 9, 2022August 10, 2022 Elsay

✅ Waanti kun bilbila keessaniin faayiloota kanneen akka video size gurguddaa, documents, applications yeroo play store irraa buufattan screen bilbila keessanii dhaamee, wanti isin download

Read More
Mobile App

Wi-Fi kamiiyyuu haala salphaadhaan fayyadamuu kan feetaniif!

August 9, 2022August 10, 2022 Elsay

✅ Akkuma beekamu namoonni hedduun Wi-Fi fayyadamuu nii barbaadu, garuu akkuma kanaa faallaa isaa Wi-Fi nama dhuunfaas ta’e kan waajjiraallee adda addaa password mataa isaa

Read More
Mobile App

Bilbilli keessan charge yeroo fudhatu, Ariitiidhaan fudhatee akka battery isiniif qusatu gochuu barbaadduu?

August 9, 2022August 9, 2022 Elsay

✅ Waanti kun bilbilli keessan battery ariitiidhaan akka isiniif fudhatu isin gargaara. Faayidaan isaa application background banamaanii taa’aan cufuudhaan bilbilli keessan Ariitiidhaan akka charge fudhatu

Read More
Mobile App

Namoonni youtube fayyadamtan kamuu waan ajaa’ibaa kana fayyadamuu qabdu!

August 9, 2022August 9, 2022 Elsay

✔ Application kun YouTube irraa video adda addaa osoo daawwachaa jirtanii yoo file biraa fayyadamuu barbaaddan, osoo video YouTube irraa hin cufin minimize gochuudhaan kallattumaan

Read More
Mobile App

Weebsaayitii mataa keenyaa Uumuun Salphaadhaa?HTML jechuun maali?

August 5, 2022August 7, 2022 Elsay

✅ Website uumuun hangas hunda ulfaataa miti, yoo barnoota ogummaa teeknika addaa barbaadan wajjiin wal bira qabnee ilaalle. Namoonni baay’een jecha “programming” jedhu akkuma dhaga’aniin

Read More
Mobile App

Biloogiin maaliidha?Akkamitti jalqabuun danda’ama?

August 5, 2022August 7, 2022 Elsay

✅ Biloogiin toora marsariitii namni dhuunfaa yookiin gareen tokko yookiin dhaabbanni tokko yaada, ergaa isaa irratti karaa suuraan, barreeffamaan ykn viidiyoon irratti dabarfatuudha. ✅ Namoonni

Read More
Mobile App

Namni kamuu hayyama keessaniin ala bilbila keessanitti akka hin buune yoo feetan kana fayyadamaa.

August 3, 2022August 4, 2022 Elsay

✅ Application kun app baay’ee ajaa’ibadhaa, bilbila keessan namni kamuu hayyama keessaniin ala akka itti hin buuneef isin gargaara. ✅ Gosoonni app kanaa danuutu jiru,

Read More

Posts pagination

Previous 1 … 8 9 10 11 Next

Recent Posts

  • Cartoon Picture & Photo Art Editor
  • Recover Deleted contacts
  • Don’t Touch My Phone
  • Afan oromo dictionary
  • True caller

Recent Comments

  1. mitikueliyas on USA DV LOTTERY
  2. Alemu Efa on Make Money
  3. Bilisuma Chala Feyisa on Make Money
  4. Bilisuma Chala Feyisa on Make Money
  5. Bilisuma Chala Feyisa on Make Money

Archives

  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022

Categories

  • Mobile App
  • News
All Rights Reserved 2023.
Proudly powered by WordPress | Theme: Fairy by Candid Themes.