TIKTOK’n yaaddoo namoota hedduu akka ta’e quba qabduu?

✅ Wanti amma isinitti himuuf deemu kun waan namoota addunyaa kanarra jiraatan yeroo amma baay’ee yaachisee fi sodaachisedha. Innis dhimma miidiyaa hawaasa ‘TIKTOK’ waliin wal qabatuudha.

✅ Akkuma beekkamu yeroo amma kana namoonni miliyoonaan lakka’aman miidiyaa hawaasa garaagaraa fayyadamaa oolu, keessattuu erga Application TikTok hojjetamee hojiirra ooleen as namoonni miiliyoona hedduun ‘TIKTOK’ irra oolu.

✅ Egaa amala isaa keessatti ‘TIKTOK’ qabee gadi nama hin dhiisu. Kana jechuunis namni gaafa TikTok fayyadamuu eegalu suusii isaadhaan qabamuun waan Beekamudha, Kanaaf TikTok takkaa fayyadamuu eeggallaan biraan deebi’a jechuun waan hin fakkaannedha, innis ofuma bira nama oolcha.

✅ Garuu yaaddoo namoota hedduu kan ta’e dhimma tiktok irratti, baay’ee baatirii bilbila fayyadamuu isaati. Kana jechuunis battery bilbila keenyaa baay’ee fixa Jechuudha. Dhagaa bilbila keenyaas sadarkaa dadhabsiisuu irraan gahuu mala.

✅ Egaa miidiyaa tiktok maalif baatirii namaa baay’ee fayyadama kan jedhu qorannoon hedduu irratti taasifamaa jiraatus namoonni yaada garaagaraa kaa’u. Qorannoo kana keessaas TikTok’n kan warra chaayinaa waan ta’eef Dhaabbanni chaayinaa kun beeke oomishoota bilbila biyyoota biraa faayidaan ala taasisuufis kan jedhaman hin dhibaman. Hundaafuu dhimma kana google irraa bal’inaan dubbisuu ni dandeessu.

✅ Mee hundumti keessan setting battery bilbila keessanii seenaa ilaalaa. bilbila hunda keessanirra WARNING kan jedhutu jira. TITKOK akka baay’ee baatirii keessan ajjeessa jiru isinitti hima. Kanaaf immoo furmaata barbaadu dirqama.

✅ Rakkoo kanas furmaanni jiru aappii armaan gadii fayyadamuudha. Namni tiktok fayyadamu kamiiyyuu hanga dhaabbanni kun furmaata kennutti aappii kana fayyadamaa baatirii bilbila keessanii oolchaa!

🌐 Application kana buufachuuf iddoo DOWNLOAD jettu tuquun buufadhaa.

Battery Sever – Saving modes

✅ Save battery consumption by applying some battery saving modes in our app.

This battery saver app can optimize and enhance your battery consumption by giving you the below features: Direct you to battery report & information from inside the app.

➡ Reduce battery consumption by switching off all consuming battery factors like WiFi, Mobile Data, GPS, Bluetooth, Brightness from inside the app upon your choice and by one click.

➡ Optimization modes to choose the best battery saving mode for your phone as you like. Full details about your phone condition.

Note: all required permissions by app, are for app implementation and ads only, so please don’t worry for any permissions as We don’t collect or share any user data.

DOWNLOAD

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *