✅ WhatsApp irratti Suuraa ykn faayila kan biroo tokko namaaf ergitanii, Namni ergitaniif sun suuricha yeroo tokko qofa akka ilaalu akkasumas gallery keessatti akka save hin taane gochuudhaan erguu ni dandeessu.
Akkamitti yoo jettan, Akkaataan isaas akka armaan gadii kanadha!
Step1: Whatsapp banattu.
Step2: Iddoo gallery suuraan ittiin ergamu cuqaastu.
Step3: Erga suuraa erguu barbaaddan filattanii, gara gadii Lakkofsa 1 geengoo keessa jiru click gootu.
Step4: Xumuura irratti OK Ykn click gaafa gootan nii ergama, haalaa suuraa olii kanaan darba.
✅ Namni ergameef yeroo tokko banee ni ilaala. sana booda yeroo lammataa itti deebi’ee ilaaluu hin danda’u. Automatically jalaa bada.
✅ Galatoomaa Hiriyyaa keessaniif Share godhaa.