✅ Baga gammaddan Ammas Waan Haaraa Qabaadheen dhufe. joollee Oromoo booddee keenya jiraniif kun waan guddaadha!
✅ Namoonni hedduun milkaa’ina koo darbeef baay’ee ajaa’ibsiifa, gaaffilee adda addaa naaf dhiyeessaas turaniiru. Amma immoo Sooftiweerii kompiitaraa Fi Appilikeeshinii bilbilaa create gochaa irran jira. Waa’ee Application kanaa Ulaagaalee hedduu keessa darbuun fidee asiin gahuufan jedha. Gara dhimma kootti osoo hin darbin waa’ee milkaa’insa koof gaaffii isin na gaafattan isiniifan deebisa.
✅ Milkaa’insa koof sababni inni dursaa waaqayyodha! Itti aansuun Bakka waan hundaa bu’uun akka abbaatti, akka obboleessaatti, akka obboleettiitti, akka hiriyyaatti, akka waan hundaatti, Bakka hundaatti naaf argamuun kan na deeggarte, haadha koodha. Kanaaf gamuma kanaan baay’ee ishee galatoomfachuun barbaada. Waaqayyoo umurii ishee naaf haa dheeressu.
✅ Itti aansuun barsiisota koo kutaa gad-aanaa irraa kaasee hamma yuuniversiitiitti na barsiisuun, yaada naaf qooduun, na hubachiisuun akka abbaa naaf ta’an hunda baay’ee galatoomaa jechuun fedha. guutuu haala jireenya koo yeroo dhiyootti barreeffamaan isiniifan qooda na eegaa.
✅ Milkaa’ina koo kanaaf inni kan biroon Kitaabota ani dubbisaa ture keessaa kitaabni kun baay’ee baay’ee na gargaareera, kitaabni kun barattoota keenya nii gargaara.
✅ Dhuma Barreeffama kanaa irratti iddoo Download Jettu tuquun, guutummaa appii kana maalummaa isaa hubachuu dandeessu. Ani waantan jaalladheef jaalladhaa isiniin hin jedhu garuu waan isin fayyaduuf achumaan download godhachuu hin dagatinaa.
✅ Yeroo Dhiyootti immoo Software fi Application haaraa qabadhee dhufaan jira. Yaadaan Na biraa hin hafinaa.
All Formulas
All Maths, Physics and Chemistry Formulas for your work and study.
✅ A pocket handy formula sheet for maths, physics and chemistry all in the same app, with calculation for necessary formulas. It’s very convenient for all students in high school or university and engineers to look for any easy or complicated formulas.
✅ All formulas for your work and study. Math, Physics & Chemistry formula!
✅ All Formulas provide basic to advance all formulas (Math, Physics, Chemistry and Engineering). It’s convenient for all students in high school, college, university, and engineering students to get all formulas in one place.
All formulas include:
➕ Maths
➕ Physics
➕ Chemistry
Category Section Formulas List:
➕ Basic
➕ Intermediate
➕ Advanced
All formulas Math Sub Category Include:
➕ Algebra
➕ Trigonometry
➕ Equations
➕ Analytic Geometry
➕ Differentiation
➕ Integration
➕ Matrix
➕ Probability and statistics
➕ Angle
➕ Units Conversion
➕ Binary Numbers
➕ Interest
➕ Vectors And much more…
All formulas Physic Sub Category Include:
➕ Physical constant
➕ Dictionary
➕ All physics law
➕ Motion
➕ Newton
➕ Density
➕ Pressure
➕ Modulus
➕ All Equations
➕ Angle And much more…
All formulas Chemistry Sub Category Include:
➕ Chemical common name list
➕ Chemical formula
➕ Symbol and their atomic structure
➕ Gasses and liquids
➕ All definition and law list
➕ SI Units
➕ Atomic
➕ Electronic Structure
➕ Kinetics
➕ Chemical solutions And much more…
Features:
➕ High-quality math view
➕ Access math formulas basic, intermediate, and advanced
➕ Clean UI and navigation of each section.
➕ Periodic table included into Chemistry Formulas section
➕ Formulas free for all students.
➕ Formula can zoom-in and zoom-out.
✅ You can also share all in one formula app with friends by email, message, or Facebook.
Support:
➕ Smart Phones and Tablets.
✅ All formulas a must-have app for your smartphones and tablets.
Thank you and if you need download this app click on the download button to download the application.
Bayee garidhaa dhugaa jabbadhu
Jabaadhu! Qaruxee ilma Oromoo
Jabadhuu jabakoo
Sanyii Dr Hayilee Fidaa
Waan hedduu sirraa eegna.
Jabaadhu.