GPS Map Camera App with Location Latitude Longitude Address & DateTime Stamp Whether It’s your travel memories or your Visit to a particular place, with
Year: 2022
✅ Baga gammaddan Ammas Waan Haaraa Qabaadheen dhufe. joollee Oromoo booddee keenya jiraniif kun waan guddaadha! ✅ Namoonni hedduun milkaa’ina koo darbeef baay’ee ajaa’ibsiifa, gaaffilee
✅ Bara kana keessa hakeroonni account garaagaraa hatuun itti fayyadamaa jiru, garuu osoo isin jalaa hin hatamiin dura of eeggannoo isin gochuu qabdanii fi akkamiin
✅ Namoonni Wi-Fi fayyadamtan kamuu of eeggannoo godhaa, hattoonni tokko tokko Wi-Fi mana namaa cabsuun ittiin yakka adda addaa gaggeessuu yaalu, haa ta’u malee yakka
✅ Siistama kana fayyadamuun, paaswoordiin Account nuti fayyadamnu akka nu jalaa hin hatamne, gochuuf nu gargaara. fakkeenyaaf Facebook Account, Instagram Account, Twitter Account, Google Account,
✅ Kompiitarri keessan akka salphaatti akka hin duule of eeggadhaaGabaabumatti, vaayirasiin kompiitaraa akkuma sagantaa kamiiyyuu yoo ta’u, kaayyoo fi hojiin isaa garuu kompiitara biraa faaluudha.
✅ Dhaabbata ykn marsariitii dhuunfaa qabaachuun qofti baay’ee gargaaruu dhiisuu danda’a. Bareedinni argama dijitaalaa keessanii bareedina waajjiraaf walqixa yaaddoo ta’uu qaba. Kana jechuun, marsariitiin dhaabbata
✅ Application Google Drive namni kam iyyuu bilbila isaa irraa nii qaba, garuu Faayidaa isaa kanneen beekan muraasadha. Kanaaf beekumsaaf kan nu fayyaduu fi Faayidaa
✅ Yeroo flash disk tokko kompiitara keenyatti galchinu yoo flash disk’n sun vaayirasiin qabameera ta’e, vaayirasichi kallattiin kompiitara keenya keessa seenee kompiitara keenya akka hin
✅ Dhimmi waa’ee Facebook butamuu kun dhimma namoota hedduuti. Kanaaf akkamiin akka irraa of eeguu dandeenyuu, yoo xalafamee jiraate, akkamiin akka of irraa akka kaasuu
✅ Wi-Fi mana keessaniis ta’e, kan isin fayyadamaa jirtan eenyu akka fayyadamaa jiru, beekuu kan isin dandeessisuu fi nama sana achi keessaa baasuuf kan isin
✅ Bilbila keenya irraa muuziqaa adda addaa fi viidiyoowwan garaa garaa yeroo Fayyadamnu sagaleen isaa akka qalla’achuuti. Garuu system kana fayyadamnee sagalee bilbila keenyaa akka